Namoota jalqaba yaad-rimee Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) bu’uuressan keessaa tokko kan ta’an Obbo Leencoo Lataa, hundeeffamni ABO qabsoo bara 1960 keessa biyyoonni Afrikaa kolonii jalaa bahuuf sochii ...
Ertiraan walaba taatee Itoophiyaarraa adda bahuuf waggoota 30 ol mootummaa Hayilasillaasefi Dargii lolte. Afrikaa keessatti qabsoo hidhannoo waggoota dheeraa gaggeeffaman keessaa kan Ertiraa tokkoodha ...